✦ Healing Hands, Caring Hearts ✦
Gitoota hojii Banaa Hospitaala Abbaa Seenaatti: 1. Ogeeyyii Laaboratorii; Baay'ina: 2 Gita: Digrii _ 1 Dippiloomaa _ 1 Saala: lameenuu Muuxannoo : Digrii _ waggaa 1 Dippiloomaa _ waggaa 2 Guyyaa galmee: 1/3/2019 irraa hanga guyyoota hin murtoofneef. 2. Deessistuu/midwife: Baay'ina _2 Digrii _2 Saala _ lameenuu (shamarri dursa) Muuxannoo _ waggaa 1+ Guyyaa galmee: 1/3/2019 irraa hanga guyyoota hin murtoofneef. 3. HO(Health Officer): Baay'ina _1 Digrii Muuxannoo - waggaa 2+ Saala _lameenuu Guyyaa galmee: 1/3/2019 irraa hanga guyyoota hin murtoofneef. Odeeffannoo dabalataaf: Bilbila: 0917837332(Humna Namaa HAS)
2+ years
Working in a well equipped laboratory along with skilled staff
Ready to apply for this position?