✦ Healing Hands, Caring Hearts ✦
News, service updates, and health campaigns from Abba Sena Primary Hospital.
Caasaa Bulchiinsaa fi Hogganoota Gareewwanii Hospitaala Abbaa Seenaa Abba Sena Hospital PLC – Administrative Structure Hospitaalli Abbaa Seenaa bulchiinsa qindaa’aa fi hoggansa gareewwanii irratti hundaa’uun tajaajila fayyaa qulqullina qabu, gahumsa hojii fi itti gaafatamummaa cimsuuf hojjeta. 1. Bulchiinsa Ol’aanaa 1. Obbo Oliiqaa Beenyaa Dura Taa’aa Boordii PLC Hospitaala Abbaa Seenaa. 2. Dr. Firaayaad Guddataa Hoji-Geggeessaa Olaanaa (CEO) fi Daarektara Medikaalaa. 3. Obbo Tasfaayee Taaddasee Hoogganaa Bulchiinsa Qabeenya Humna Namaa (HRM). 2. Dursitoota Gareewwanii 1. Obbo Shifarraa Dabalaa Dursaa Garee Faayinaansii. 2. Obbo Waaqtolaa Taaddasee Dursaa Garee Faarmaasii. 3. Obbo Taarikuu Saxxanyi Dursaa Garee Narsootaa fi Deessistootaa (Midwifery). 4. Obbo Obsinnaa Dhaabaa Dursaa Garee Laaboraatorii. 5. Obbo Girmaa Baldugaa Dursaa Garee Raadiyooloojii. 6. Obbo Duulaa Tolasaa Dursaa Garee Galii Sassaabbii. 7. Aadde Gaaddisee Mootii Dursituu Garee Simannaa. 8. Obbo Mahaammad Nagaroo Dursaa Garee Qulqullina Naannoo fi Qulqulleessitootaa. 9. Isp. Ol. Mulaatuu Galgaloo Dursaa Garee Qabeenyaa. 10. Obbo Mitikkuu Haayiluu Dursaa Garee Waardiyyootaa. Kaayyoo Keenya Caasaan bulchiinsaa kun hojiiwwan hospitaalichaa haala qindaa’aa, iftoomina qabu fi itti gaafatamummaa irratti hundaa’een akka gaggeeffaman ni gargaara. Hoggantoonni hundi tajaajila fayyaa amanamaa, saffisaa fi qulqullina qabu kennuuf gahee isaanii bahachuu irratti xiyyeeffatu. Hospitaala Abbaa Seenaa PLC Harkoota fayyisan, Lapheewwan kunuunsan! Healing Hands, Caring Hearts!